NaDubbisii OOo-dev 3.4

Faayiliin kun odeeffannoo barbaachisaa waa'ee sagantaa kanaa ofkeessaa qaba. Hojii jalqabuun dura odeeffannoo kana sirriitti dubbisi.

OOo-dev dhuguma fayyadamaa kamiifiyyuu bilisaa?

OOo-dev maaliif fayyadamaa kamiifiyyuu bilisa ta'e?

Garagalcha OOo-dev kana har'a gatii malee kan fayyadamuu dandeesse gumaattoonni dhuunfaa fi ispoonsaroonni xindoo OOo-dev waan amma tahe kana - mosajjii ofiisii madda-banaa addunyaa irratti dursaa jiru akka tahu waan saxaxani, dagaagsani, yaalani, hiikani, galmeessani, deeggarani, gabaarra oolchanii fi karaa hedduudhaan gargaaraniifi.

Yaadannoota Ijaarsa irraa

Mosajjii ijaaruun ykn balleessuun dura dilbii sirna keetii yeroo baay'ee akka fudhattu gorfamta

Sirna keerratti galeeloo ammaafii keessaa kuufannoo duwwaa gahaa akka qabduu fi mirgoonni gahiinsaa dubbisuu, barreessuu fi kaasuu akka siif laataman mirkaneeffadhu. Ijaarsa kaasuun dura sagantaalee biroo mara cufi.

Walsimadhaba Kuusdeetaa Dheertoo

Rakkoolee Yammuu Eegala Sagantaa

Ulfeenyi OOo-dev kaasuu (fkn. fayyadamoonni rarra'uu) fi rakkooleen agarsiisaa ooftuu kaardii saxaatootiin dhufu. Rakkooleen kun kan mudatan taanaan, ooftuu kaardii saxaatoo kee haaromsi ykn ooftuu saxaatoo sirna dalagaa kee waliin laatame fayyadamuu yaali. Rakkooleen wantoota G3 agarsiisuu kan hiikamu 'Meeshaalee - Dirqalaalee - OOo-dev - Mul'isi - Mul'annoo G3' jalatti dirqala "Use OpenGL" kaka'umsaleessuudhaani.

Furtuulee Qaxxaamuraa

Saamsuu Faayilii

Ofeeggannoo: Amalli faayilii iggiteessuu kakaafame Solaris 2.5.1 fi 2.7 Linux NFS 2.0 waliin fayyadamu irratti rakkoo uumuu danda'a. Yoo qeeyyaan sirna kee ulaagaalee kana qabaate, amala faayilii iggiteessuu fayyadamuu akka dhiistu ciminaan si gorsina. Yoo hin taane, yammuu kompuutara Linux irratti faayilii galeeloo NFS fe'amee irraa banuuf yaaltu OOo-dev rarra'ee hafa.

Qabanoo barbachisaa gaheenya

Galmeessa

Iyyaatiin Fayyadamaa karaarra jirus akka guuttu si jajjabeessina. Bu'aan Iyyaatii Fayyadamaa OOo-dev uuminsa guutarta ofiisii dhaloota-borii keessatti waaltinni haaraan innaa uumamu saffisaan akka deemu gargaara. Poolisii Matayyaa kana keessatti, hawaasni OOo-dev deetaa matayyaa kee eeguuf ofeeggannoo barbaachisu akamiyyuu ni fudhata.

Deeggarsa Fayyadamaa

Hawaasni OpenOffice.org dagaagsa projektii madda banaa barbaachisaa kanarratti tattaaffiin hirmaachuu keetirraa bu'aa guddaa argata.

Maamiloomi

Muuxannoo saxaxa mosajjii ykn lakkaddeessuu murta'aa qabaattullee proojektii madda banaa barbaachisaa kanaaf gumaacha olaanaa laachuu ni dandeessa. Eeyyee, ati!

OOo-dev 3.4 isa haaraadhaan fayyadamuudhaan akka itti gammaddee fi karaarra akka nutti makamtu abdii qabna.

Hawaasa OpenOffice.org

Lakkaddaa Maddaa Fayyadame / Fooyyeessame

Portions Copyright 1998, 1999 James Clark. Portions Copyright 1996, 1998 Netscape Communications Corporation.